Abu Dita

Abu Dita Fight for EQUALITY

👉 Dubbisaa irraa barattuu...  Economics irratti yaad-rimee "Water&Diamond paradox " jedhamutu jira.💟Jirachuuf wanti akka...
28/10/2022

👉 Dubbisaa irraa barattuu...
Economics irratti yaad-rimee "Water&Diamond paradox " jedhamutu jira.
💟Jirachuuf wanti akkaan barbaachisaa Bishaanii.garuu gatiin isaa /mi'aa miti... as biratti qalbeeffadhu Diamondiin jiraachuu keenyaaf bu'aa 0.01nuuf hinqabu.garuu akkaan /mi'a dha.
Kanaaf fakkaata Einstein "The important things are always simple"kan jedhuuf
Turettillee yoo ta’e dhugaan siigaluu wantoonni bilaasha yknis qaalii kan taasisu ilaalcha malee barbaachisummaa wanta sanitiin mitii.
-
Dhugaatti dudhaaleen hawaasaa keenya seera uumama buluu irraa girrisuu jajjabeessu.
Fakkeenyaaf:-
â–¶Fayyaa keenya kan argannu bishaan keessatti .
garuu gatii guddaa kan baafnu dhaaf,
â–¶ nu biratti qaalii dha.garuu kan nu barbaachisu
fi waliin tahuu dha.
â–¶ 'isni Simboo fayidaa qabu.garuu kan nuti
Gatii itti baasnu jeequmsaa fi iyyeensa...baay'ee dha.
Fageenya kana hunda fiigdee dhaabbate "dhimma Kanaaf
Gatii kana hunda baasuun narra turee?" Jettee yoo of
gaafattellee fiigicha kee hin dhaabsistu.Sababiinsaas
Wantootni simarsanii jiran dhaabachuu kee odoo hintaane
Burjaaja'uu kee jajjabeessu.
-
Sana bira darbee dorgommii qofaaf si dhidhiiba.
Hiriyaan dorgomta,ollaan dorgomta,maatiin dorgomta,
partners keetiitti dorgomta....ta’es maramartoo
biraa keessa jiraannaa.har'a waan tahe qabuuf fiignaa
bira geenye yoo yoo qabanu nutti salphaatti.
Borus kan biroo qabuuf harka kaafta,yoo bira geessu
Kanaaf sangaa koo qalee si jechisiisa.
Ammallee fiigicha biroo, deebitees qisaasama
biroo, ammas barbaacha biraa ...
-
Kanaaf wanti harkaa qabduu yoo si hingamachiisu
ta’e kan dhufuutis satisfy hin taatu.
Gammachuu keenya alaa barbaadu irra hanqina
kan natti fakkaatu. Odoo barbaadan itti fuufuu
dhaabuu dadhabanillee waan bira gahanitti gamaduu/
quufuu dhabuun miidhaa guddaadha.kan irraa jirtu
amma, kan bira geesse, amma asitti...Namoonni tokko
tokko "Guyyaan koo " jenna.😯
-
mubaarak

OFC Did it. ✋
23/01/2022

OFC Did it. ✋

Ni baatas ,MootummaaNi taata.J-koo
21/11/2021

Ni baatas ,
Mootummaa
Ni taata.
J-koo

04/10/2021
Kufuu,ka'uu fimo’uu .
02/08/2021

Kufuu,
ka'uu fi
mo’uu .

Address

04
Shashemene
0022

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abu Dita posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Abu Dita:

Share