Kenna Hiiree ortodoksii

Kenna Hiiree ortodoksii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kenna Hiiree ortodoksii, College & University, Shashemene.
(1)

💥 Sillaasee Uummaa koo💥
💥 D/Maariyaam Hadhaa koo💥
💥12💥13💥19💥22💥3💥Eegoo koo 🥰
💥16 Hadhaa jalalaa 💥“Waaqayyoon galateeffadhaa, maqaa isaa waammadhaa, gocha isaas saba hundumaa keessatti beeksisaa!”
— Far. 105:1
💥🥰💥✝️🌟💥🥰💥💥💥💥💥

Arsenal is king of primary league  .martinelli .saliba4
25/01/2026

Arsenal is king of primary league
.martinelli .saliba4

" አንተ ሐሳብህን ልትመራው እንጂ ሐሳብህ አንተን ሊመራ ቦታ አትስጠው እውነተኛ ክርስቲያን ስሜቱ የሚመራው ሳይሆን ስሜቱን የሚመራ ነው "- አቡነ ሺኖዳ ሳልሳዊ
24/01/2026

" አንተ ሐሳብህን ልትመራው እንጂ ሐሳብህ አንተን ሊመራ ቦታ አትስጠው እውነተኛ ክርስቲያን ስሜቱ የሚመራው ሳይሆን ስሜቱን የሚመራ ነው "

- አቡነ ሺኖዳ ሳልሳዊ

“ ያን ጊዜ ኢየሱስ በዮሐንስ ሊጠመቅ ከገሊላ ወደ ዮርዳኖስ መጣ። ”Negele Arsii 🤌♥️
22/01/2026

“ ያን ጊዜ ኢየሱስ በዮሐንስ ሊጠመቅ ከገሊላ ወደ ዮርዳኖስ መጣ። ”

Negele Arsii 🤌♥️

21/01/2026

Har'aa immoo guyyaan Rufa'eeliidha waaqnii qulqulluu Rufa'eel hidhaa biyyaa lafaa irraa isiin haa hiikuu

21/01/2026

ilmaan har'aa immoo manaa Amantaa waaqa Abbaa Qarsaa Arsii lixaa Yaa waaq naa dursii

20/01/2026

Olmaa koo har'aa shashamanee Mikaa'eelii ture WDB Wiirtuu Arsii lixaa waliin ture abeet jaalalaa isaanii

19/01/2026

Guyyaa borii baar Mikaa'eeliidha maal eegdaaree Mikaa'eel Mikaa'eel jedhii barreessi daabiloos haa raafamuu 🤲🤲

19/01/2026

Daani'eel kan gargaaree qulqulluu mikaa'eel sii biraatti argaamee sii haa gargaaruu 🤲🤲🤲🤲🤲🤲

19/01/2026

waaqnii qulqulluu mika'elii seenaa kee siif haa jijjiruu 🤲 Ameen jedhii maloo

shashamanee Jira Galataa waaqayyo🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲Saaminu banameeIsaaf dhugaa ba'aAbbaanis dubbaateIlmaaf ragaa ta'aHidhaa fi...
19/01/2026

shashamanee Jira Galataa waaqayyo
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Saaminu banamee
Isaaf dhugaa ba'a
Abbaanis dubbaate
Ilmaaf ragaa ta'a

Hidhaa fi sakaala diina
Jibbaan masakamee
Awwaalcha gaad_fagoo
Dhoksan kurfeefamee
Hundeesa saqee
Golgaa irraa diigee
Furmaata nuf ta'ee
Ofiisatti dhiige

Garbummaa godaane
Mucaamatu argaame
Diinatu salphaate
Nama bilisoome

Ilaa.....
Namni waan boor _beeku
Dursee inakeeku
Ija foonin ilaale karoorsa
Yaada isa macheessa

Kan qabu jaallate
Kan dhabee baqata
Haala socho'eetu
Egere dagata

Osoo beeka ta'ee
Hundumma hubatee
Abjuu isa dhugaas
Adda osoo bafaate

Silaa......
Suluula du'a seene
Dhibaayu indhuguu
Wardiyyaa of_ta'a🥹
Dagatee inrafuu

Garuu.....
Wanti samii dhufuu
Dhukaasni sagalee ulfatu
Dacheenu sokooksee
Afaan kan qabatu
Ittisuu injiruu
Simuudha dirqaama
Kanaaf irratti mo'ee
Duuti dhala nama☺️

INNI.....
Ogummadhan oguumma cabsee
Icciitii dhokaata ifatti nuf baase
Karra du'a cufee nagaaf karaa saqee
Xurrii cubbuu sana dhiigasati dhiqee

Sagalees dubbaateDumeessa keessaniWaa'ee ilma tokkichaDhugaa ba'ee abbaaniFakkaatti gugeen bu'eeAfuurri qulqulluuJecha i...
19/01/2026

Sagalees dubbaate
Dumeessa keessani
Waa'ee ilma tokkicha
Dhugaa ba'ee abbaani
Fakkaatti gugeen bu'ee
Afuurri qulqulluu
Jecha isa qofan
Addunyan kan bulu

Kan du'ee inka'e
Kan jiruumo indu'ee
Seexanni inhiimadhe
Addaam bilisa ba'eee

Yoordanoos nagaa ta'ee
Uumaatti araarame be
Yoor_fi_danoostu
Walitti waloome
Icciitii dhokaatatu
Hundaaf lallabame

Cuuphamneera
Afuura fi jechan
Tokkumma,sadummaa
Arginee ijan

Nagaa_fayyaa_faaya_jaalalan
Baga ittiin isin ga'ee guyyaa cuuphaa isaani

Waggaa nu haa ga'uu
Nagaa fi fayyaan
Laphee keenya mo'ee
Hàà jirààtu baran

Irraa deebi'uun Baga geessaan 11_5_018

Address

Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kenna Hiiree ortodoksii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Kenna Hiiree ortodoksii:

Share