Albert john

Albert john Yaa biyaa too garii yomumaan ijaan sii argaa si dhisee demuu kiyaaf halkaani guyaan lubuu too rakka

28/11/2024
25/09/2024
23/02/2024
👉ODUU IYYAFANOO.   Dubaartiin armaan gadittii suraan ishii mulaatuu  tuun  maqaan ishee Samiraa Yasiin jedhaamtii jiratu...
30/05/2023

👉ODUU IYYAFANOO.
Dubaartiin armaan gadittii suraan ishii mulaatuu tuun maqaan ishee Samiraa Yasiin jedhaamtii jiratuu Aanaa xulloo Aaradaa rakkatafuraa kaan tatee matii ishee jala ergaa badee guyyaa shan(5) tahee jiraa matiin ishee ergaa isheen badeee jalqabee barbachaa isheetiif ergaa mana bahan manatti hin galee matiin ishee barbachaa da'imaa kanatiif bay'ee dararamaa waan jiraaniif namnii da'imaa kana namni argee lakkofsaa bilbila 0912615600/0912970280 fi 0921860577 Lakkofsotaa kanan akka matii isheetiif bilbiltaan deggarsaa lamummaa isiin gafanaa.

02/04/2021

Address

Hirna
Shashemene

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Albert john posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share