Kolleejjii BLTO Sibuu Siree

Kolleejjii BLTO Sibuu Siree Lammiiwwaan ogummaadhaan badhaadhee horachuu

04/10/2025

ODUU GAMMACHIISAA
Waamichaa Barattoota Kutaa 12ffaa Xumurtan hundaaf.

27/10/2024
Kolleejjiin BLTO sibuu siree leenjii ''problem solving approach to systematic challenges of MSEs service delivery'' irra...
18/01/2023

Kolleejjiin BLTO sibuu siree leenjii ''problem solving approach to systematic challenges of MSEs service delivery'' irratti gaafa 08/05/2015 irraa eegalee kennaa jira.

Suphaan Dallaa Kolleejjii BLTO Sibuu Siree baajeta Biiroon BLTO Oromiyaa ramadameen hojjetame Yeroo ammaa xumuramee jira...
03/08/2021

Suphaan Dallaa Kolleejjii BLTO Sibuu Siree baajeta Biiroon BLTO Oromiyaa ramadameen hojjetame Yeroo ammaa xumuramee jira.

Hojjettootni kolleejjii BLTO Sibuu Siree hojii tola ooltummaatiin bo'oo lolaa magaalaa siree yeroo qulqulleessan.
03/08/2021

Hojjettootni kolleejjii BLTO Sibuu Siree hojii tola ooltummaatiin bo'oo lolaa magaalaa siree yeroo qulqulleessan.

Ijaarsi Dallaa Kolleejjii BLTO Sibuu Siree sadarkaa kanarra gaheetu jira.
01/07/2021

Ijaarsi Dallaa Kolleejjii BLTO Sibuu Siree sadarkaa kanarra gaheetu jira.

Suphaa dallaa KBTO Sibuu Siree yeroo kanatti gaggeefamaa jira
21/05/2021

Suphaa dallaa KBTO Sibuu Siree yeroo kanatti gaggeefamaa jira

Address

Sire

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kolleejjii BLTO Sibuu Siree posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share