Paartii Badhaadhina S/Daaccii

Paartii Badhaadhina S/Daaccii Thid is more important.

30/01/2021
Humnaa fi dandeettii ofii duguuganii hojjennaan. Iyyummaan dhaala miti Seenaa ta'ee darbuu danda'a.Duula hojii bonaa fi ...
22/01/2021

Humnaa fi dandeettii ofii duguuganii hojjennaan. Iyyummaan dhaala miti Seenaa ta'ee darbuu danda'a.Duula hojii bonaa fi Misooma Sululaa S/Daaccii.Bara kana iyyummaa akka awwaala Juuntaa gadi fageessinee darbina jedha hawaasni keenya.

Geggeessaa ta'ii hojjedhu!!Geggeessummaan Imaanaadha.Namni Imaanaa baatu immoo amanamaa dha.Hojiin geggeessaa yeroo baay...
21/01/2021

Geggeessaa ta'ii hojjedhu!!
Geggeessummaan Imaanaadha.Namni Imaanaa baatu immoo amanamaa dha.
Hojiin geggeessaa yeroo baay'ee Ilaalchaa fi amala namaa jijjiiruu dha.
Tooftaa kamiin:-
1.Namoota hojii gaarii hojjetan hamileessi, hojii kees dinqisiifannaa namaaf qabdu ibsuun eegali.
2. Utuu namni si hin beekin qalbii isaa gara dogoggora isaatti fidi.
3.Namoota utuu ceepha'uu hin eegalin of ceepha'i.
4.Namoota kallattiin ajajuurra yaadakee dhiyyeessiif, kan isaanii gaafadhu.
5.Namoota fooyya'insa agarsiisan badhaasi.
6.Namootni doggogora isaanii irraa akka baratan godhi.
Yeroo sana bu'a qabeessa taata.

21/01/2021

Nageenyi bu'uura waan hundumaati.

Address

Woliso

Telephone

+251927484251

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Paartii Badhaadhina S/Daaccii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share