Sanyii Jaatanii Ali

Sanyii Jaatanii Ali Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sanyii Jaatanii Ali, College & University, Finfinnee, Yabelo.

05/12/2025

๐ŸŒ€๐™ˆ๐™ž๐™ž๐™ก๐™ž๐™ฎ๐™ค๐™ค๐™ฃ๐™ž 7 ๐™ž๐™ฉ๐™ฉ๐™ž ๐˜ฟ๐™ž๐™ฆ๐™ฆ๐™–๐™–๐™ฉ๐™–!  โœ๏ธ๐๐จ๐ซ๐ช๐จ๐ซ๐ญ๐ข๐ข!โžฅ"๐๐š๐ฆ๐ข ๐‚๐š๐ซ๐ซ๐š ๐๐จ๐ซ๐ช๐จ๐ซ๐ญ๐ข๐ข๐ข ๐ƒ๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐€๐ซ๐ ๐š๐ญ๐ญ๐ž ๐ฎ๐Ÿ๐ข ๐ค๐ž๐ž๐ญ๐ข๐ฒ๐ฒ๐ฎ๐ฎ  ๐ฐ๐š๐š๐ง๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐†๐š๐๐ข๐ข ๐ค๐š๐ง๐š ๐...
08/03/2025

๐ŸŒ€๐™ˆ๐™ž๐™ž๐™ก๐™ž๐™ฎ๐™ค๐™ค๐™ฃ๐™ž 7 ๐™ž๐™ฉ๐™ฉ๐™ž ๐˜ฟ๐™ž๐™ฆ๐™ฆ๐™–๐™–๐™ฉ๐™–!
โœ๏ธ๐๐จ๐ซ๐ช๐จ๐ซ๐ญ๐ข๐ข!
โžฅ"๐๐š๐ฆ๐ข ๐‚๐š๐ซ๐ซ๐š ๐๐จ๐ซ๐ช๐จ๐ซ๐ญ๐ข๐ข๐ข ๐ƒ๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐€๐ซ๐ ๐š๐ญ๐ญ๐ž ๐ฎ๐Ÿ๐ข ๐ค๐ž๐ž๐ญ๐ข๐ฒ๐ฒ๐ฎ๐ฎ ๐ฐ๐š๐š๐ง๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐†๐š๐๐ข๐ข ๐ค๐š๐ง๐š ๐๐จ๐ซ๐ช๐จ๐ซ๐š๐๐ก๐ข" jedha! kitaabicha,
๐‘ท๐’‰๐’Š๐’๐’๐’”๐’๐’‘๐’‰๐’†๐’“ ๐‘ฎ๐’–๐’š๐’š๐’๐’ ๐‘ซ๐’๐’๐’š๐’š๐’๐’.
โ€Ž(Kitaaba-fuula 10-12)
โ€Ž
โ€Ž1. #๐๐จ๐ซ๐š๐ญ๐š๐š- Qorachuun waan gaariidha. Garuu waan qoranne yoo hin qorqoranne maal bu'aan isii?
โ€ŽQorataan waan qoratee hin qorqoranne maal?
โ€ŽQorannoon hedduun qabiyyee furmaata ykn recommendation jedhu of keessa qabdi, yoo yaaduma furmaataaf kaaโ€™amu hin qorqoranne Qorannoon rakkoo himuu malee maal bu'aan isii?
โ€ŽQorataan Qorrii hin dhoofne qorataa miti!
โ€Ž
โ€Ž2. #๐Œ๐š๐š๐ญ๐ข๐ข: ilmaan dhaluu fi horachuun womaa miti. Kun bineensa irra adda nama hin godhu. Bineensinu ilmaan qorqorate guddisaaf sanyiin isa baduu didde, ilmee hin qorqoranne horachuun maal faayidaan isii? ilmaan maatiin hin qorqoranne too'annoo badii jala oolti, dhaloota bara kana mataa dhabee moo, qorqortii maatii dhabeef barumsaan harca'e? Maatiin ilmee hin qorqoranne yoo komatte eennu Abbaan warra? Meetii haati warraa? maal warri akkana?
โ€ŽSababa kufaatii teenna wal-Qorqortii dhiifnee.....
โ€Ž3. #๐๐š๐ซ๐š๐ญ๐š๐š:- Barataan waan barate hin qorqoranne maal qu'ata? Maal dubbiseef maal dubbata? Maal hubatee maal qabata? Bahee galuu male, maal barateef barataa jedhama?

โ€Ž4. #๐๐š๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐š๐š:- Barsiisaan beeka! Hayyuu, Ogeessa, Abbaa! Qajeelcha! Tun immoo didhaa gudda. Didhaan tuni Qorqortii male hin taatu. Barsiisaan waan beeku hin qorqoranne, waan hin beenne hin qorqoranne, waan qoratee hin qorqoranne, Maal barsiisa?

โ€Ž5. #๐‰๐š๐š๐ซ๐ฌ๐š:- Jaarsatti jiraaf qofa jaarsummaan hin jirtu, jaarsummaan dandeettii dhiba hanqisuu, dhibdee firuu, Qoruu, Araarsuu, Gorsuufi ijaaruu gaafatti, Waan qoran qorqorachu gaafatti, jaarsii waan qoree hin qorqoranne, Jaarsi qoraa buufate hin hordofne maal faayidaan isa? Maal jaarsi iyyantii maal jedhe hin gaafanne, Kan nama iyyee waliin

10/08/2022
 Yuunivarsitii Bongaa keessatti barataan Oromoo tokko bifa suuraa irratti argamuun fannifamรจe argame.Nannoo Oromiyaa Mat...
28/07/2022



Yuunivarsitii Bongaa keessatti barataan Oromoo tokko bifa suuraa irratti argamuun fannifamรจe argame.

Nannoo Oromiyaa Mattuu irra garas imaluun barnoota isa hordofaa kan jiru barataan kun bifa kanaan du'ee argamuu isaatti barattoonni sabaan Oromoo ta'an moorichaa mufachuun mooraa gadhiisanii ba'uuf yaalanis poolisiin federaalaafi bulchiinsi moorichaa humnaan ijoollee mooraatti deebisaniiru. Guyyaa Guyyaa reefi ilmaan Oromoo University keessa maliif gala???

# แ‹ˆแ‰…แ‰ณแ‹Š_แ‹œแŠ“

แ‰ แ‰ฆแŠ•แŒ‹ แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆตแ‰ฒ แŠ แŠ•แ‹ต แ‰ฐแˆ›แˆช แ‰ แŽแ‰ถแŒแˆซแ แˆ˜แˆแŠญ แ‰ฐแˆฐแ‰…แˆŽ แ‰ฐแŒˆแŠ˜แข

แŠจแŠฆแˆฎแˆšแ‹ซ แŠญแˆแˆ แŠจแˆ›แ‰ฑ แŠจแ‰ฐแˆ› แ‰ฐแАแˆตแ‰ถ แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ฑแŠ• แˆˆแˆ˜แŠจแ‰ณแ‰ฐแˆ แˆฒแŒ“แ‹ แ‹จแАแ‰ แˆจแ‹ แ‰ฐแˆ›แˆช แ‰ แ‹šแˆ… แˆ˜แˆแŠฉ แˆžแ‰ถ แ‹จแ‰ฐแŒˆแŠ˜ แˆฒแˆ†แŠ• แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰น แŒแ‰ขแ‹แŠ• แˆˆแ‰€แ‹ แˆˆแˆ˜แ‹แŒฃแ‰ต แ‰ขแˆžแŠญแˆฉแˆ แ‹จแŒแ‹ฐแˆซแˆ แ–แˆŠแˆต แŠฅแŠ“ แ‹จแŒแ‰ขแ‹ แŠ แˆตแ‰ฐแ‹ณแ‹ฐแˆญ แˆ…แƒแŠ“แ‰ฑแŠ• แ‰ แŒแ‹ณแŒ… แ‹ˆแ‹ฐ แŒแ‰ขแ‹ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ˜แˆˆแˆฑ แ‰ฐแ‹ฐแˆจแŒˆแข

Dorgoma abbaa Carra ta'a
19/06/2022

Dorgoma abbaa Carra ta'a

Dorgommiin Jal Qabeera.

Yooyyaa Ammallee Yooyyaa!!

Miidiyaan Keessan kichuun reefuu lafaa biqilaa jiru ka Obsituu Diimatiin hoogganamu "Waldeennaa Show" Dorgommii ajaa'ibaa isaniif dhiyeessuf qophaa'eera.

Dorgommichaaf namni ulaagaa barbaachisu guute, dorgomee akkaataa sadarkaa Eegateen badhaasa addaa qophaa'e kana injifata.

Dorgommichaaf Birrii 10,000ti qophaa'e.

Namii Sadarkaa tokkoffaa qabate Birrii 5000 badhaafama.

Kan sadarkaa Lamaffaa qabate Birrii 3000 badhaafama.

Kan sadarkaa sadaffaa qabate ammoo birrii 2000 badhaafama.

Ulaagaa Dorgomichaa.

1, Paje Waldeennaa show ammum irraa jalqabuun share taasisu. Namoonni biroollen Akka irmaatu. Share, like fi Comment akka taasisu affeeru.

2, Barreeffama dorgommiif dhiyaate jalatti karaa Comment walaloo miidhagaa waa'ee
goototaa Oromoo ykn goota Oromoo ibsu barreessu.

Walaloon ati akka Commentitti barreessite qubeen isaa seeraan qubeeffamuu qaba.

Walaloon kee hawwataa fi barsiisaa ta'uu qaba.

Walaloo gabaabaa yaada bal'aa qabu ta'uu qaba.

Erga barreessiteen duuba walalicha akka like fi react adda addaa namoonni siif taasisan kallatti adda Addaatiin namoota itti waammachuu dandeessa.
Kun waantoota dorgommicha akka ijjifattu si taasisan keessaa tokkodha.

Kan qofa raawwattee like dhaan nama hundaa dursinaan akkaataa sadarkaa keettitiin badhaasa kee fudhachuu Dandeessa.

Dorgommiin kun yeroo itti gad dhiifame irraa jalqabee saatii 72 qofa tura.

Ammaa jalqabeera. Itti dhiyaadha!

Horaa Bulaa Deebanaa Jilaan Deema.Carraa gaarii!

Address

Finfinnee
Yabelo

Telephone

+251964042823

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sanyii Jaatanii Ali posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Sanyii Jaatanii Ali:

Shortcuts

Share