Hastalavista

Hastalavista Informazioni di contatto, mappa e indicazioni stradali, modulo di contatto, orari di apertura, servizi, valutazioni, foto, video e annunci di Hastalavista, College e università, Rome, Rome.

  ji'a 6 as intala tokkoon wal bareen ture, guyyaadha gara guyyaatti kadhachaaman oola. Cirumaa na hubachuu hin dandeeny...
11/08/2023

ji'a 6 as intala tokkoon wal bareen ture, guyyaadha gara guyyaatti kadhachaaman oola. Cirumaa na hubachuu hin dandeenye. Anis gaaf tokko akka carraa intala gara biraa duukaa Cafe ta'etti na argite. Sana booda dhuftee bakka teenyutti ni badde, maaliif badde maal maal jettee bilbillikoo akka jalaa badeeruufii bilbilaa haaraammoo kaasuu waan hin jaallanneef bilbila kee adda baasuun na rakkise. Akka bilbilaa tirte andiin qaba jettee seenaa haaraa uumte. Hamma kana isheen haaraan teesse dhaggeeffatti. Guyyaa gaafa sanaa booda lamaanuu bilbilaa naaf hin kaasan.

tokkotu fuldura mana ani galuu jira. Daldalaadha suuqii tokkotti ofii daldala, suuqii gara biraatti immoo callisee kiraa kaffala. Akka namni gara biraa achi sanatti hin banneef jechuudha.

Inaaffaan dhukkuna cimaa sammuu namaa nyaatu, akkasumaa obboleessi obboleessa isaa akka nyaatu, obbooleettiin obboleettii ishee , hiriyaan hiriyaa isaa akka nyaatu kan haala mijeessuudha. Yeroo baay'ee inaaffaan miira gad aantummaa nutti dhagahamu irraa kan dhufudha. Uumamuumaan namoonni caalamuu hin barbaanne jiru, ofii isaanii akka nama guutuu tokkoon kan ilaalan jechuudha. isaan kun nama ta'uu isaanitti amanuun kan isaan rakkisudha.

Inaaffaan bakka hedduu akkasumas maatii hedduu keessa kan jiruu fi akkaataa guddina keenya giddu galeeessa kan godhatudha. Namoonni baay'een waa'ee jireenya isaanii dhiisanii waa'ee jireenya nama biraa sirriitti xiinxalu, hubatu akkasumas itti inaafu. Ollaa isaanii namoonni dhiphisan waan gara biraa ta'anii osoo hin taane inaaffaan waan isaanitti galeefidha.

Namoonni tokko tokko yaada nama jaallataniitti inaafu jedhu kuni garuu guutummaa guutuutti dogoggoradha. Inaaffaan summiidha, keessa isaas du'atu jira. Mee osoo jechamni armaan olii sirrii ta'ee namni nama jaallatu ajjessuuf afuurota hamoo duukaa walii galaa? mana dabtaraa(xonqolaa) deemaa?🙂 gonkumaa kana hin godhu. Yeroo ijoollee turre yaada ijoollummaa irraa kan ka'e baay'ee ofii keenya jaallachuu dandeenya jedheen yaada ture. Garuu akkuma guddaachaa deemne inaaffaan dur keessa keenyatti biqiles guddachaa adeema. Kanammoo namoota naannoo keenya jiran, guyyaadha gara guyyaati yaada isaan waa'ee keenyaaf qaban irra hubachuu dandeenya.

Sababoota inaaffaa ta'uu kan danda'an muraasa kaasuu yoon yaale jaalala, qabeenya fi milkaa'insa. Namoonni baay'een jaalalleenkoo nama biraa jaallattii laata kan jedhu irraa kan ka'e inaaffaa keessa galu, kanneen biroon immoo qabeenya namaatti inaafuu ati yoo qarshii hojjechuu dadhabde namoota qarshii hojjetanii argatanitti hinaafuu sana booda dhabinsa yookan injifatamuu kee amantee fudhachuu dhiisuu kan of keessatti hammatudha. Inni gara biraan immoo dorgommii manneen barnootaa, bakkewwaan qacarrii fi kkf keessatti namoota qabxii nu caalaa galmeessanitti inaafuudha. Daandiin kun marri gara du'aatti nama geessa. Inaaffaa keessa matuma jaalalli hin jiru. Dhugaatti sobni makamee dhugaa ta'ee hin beeku. Jibbis jalalatti makamee jaalala uumee hin beeku. Of sobuun gaarii miti

Inaaffaa inni badaan maatii keeasatti kan jalqabudha. Kana hambisuuf immoo Keessumaa ijoollee ija walqixa ta'een ilaalanii guddisuu; iftoominaafi kaan waliin hariiroofi walitti dhufeenya sirrii godhatanii akka guddatan gochuun amala inaaffaa booda rakkoo ta'uu male hir'isuun ni danda'ama. Maatiin tokko tokko lafaa ka'anii ijoollee isaanii keessa tokko akkanumaan jibbu. Warra kaan irraa adda baasanii ilaalu. Kanaaf osoo hin jaallatiin warra kaanitti akka inaafu taasisu jechuudha

Walumaagalatti milkaa'insa koo maaliif jibbita, anis milkaa'insa kee maaliifan jibba. Gaafan sicinaa dhibe bossee gadoodda, akka nama jiraa kootti na jaallachaa turee fakkeessita. Erga yeroon deemee barbaachisummaan koo siif gala, kana hunda gochuurra har'a yeroo wal bira jirru wal haa eeggannu walitti inaafuu haa dhiisnu. Yeroo aarru qilleensa keesaatti haa fudhannu. Oksijiniin sammuu keenya erga lixee booda akka sirrii hin taane mirkaneeffanna.

Hamma har'aatti waanti na gaddisiisu isan nama kana akka beekaatti ilaalaa turedha. 1. Addaamiif hewwaan afaan giizii ha...
13/02/2023

Hamma har'aatti waanti na gaddisiisu isan nama kana akka beekaatti ilaalaa turedha.
1. Addaamiif hewwaan afaan giizii haasa'aa turan.
2. Waaqayyo yeroo Afaanota walitti make afaan giiziitti hin buune.
3. ...... nama jedhedha kun 😋😋😋😋

13/02/2023
Messi Ilma abbaa Gadaa
30/09/2022

Messi Ilma abbaa Gadaa

Seerota mana kiraa================1. Bishaan guyyaatti litira 10 ol fayyadamuun dhorkaadha. Yeroo qaama Kee dhiqattu saa...
10/09/2022

Seerota mana kiraa
================
1. Bishaan guyyaatti litira 10 ol fayyadamuun dhorkaadha. Yeroo qaama Kee dhiqattu saammunaa takkaa ol qaama keetti dibuu hin qabdu. Yoo osoo akkas gootuu argamte, guyyaa itti aanu bishaan hin fayyadamtu.

2. Mana fincaanii guyyaatti takkaa qofaa innis daaqiiqaa 15 Fi isaa gad ta'uu qaba. Garuu daqiiqaa Shan shanitti hirattee si'a sadii fayyadamuu dandeessa.sanumaayyuu hiriyaan Kee dhufee fayyadamnaan ati osoo hin fayyadamuun oolta.
daqiiqaa shanii gad keessa turuun dhorkaadha.

3. Dubara torbanitti si'a lama qofaa fiduu dandeessa, yoo obboleettii koodha Jetta ta'e bilbila maatii Kee nuuf laattee akka obboleettii Kee taate baruu qabna.
: yoo maatii bira mirkaneessinee obboleetti Kee ta'uu baatte wajjinumaan olgaltanii wajjumaanis baatu.

4. Mana kana ijoollee durbaa afurtu jiru arfanuu umriinsaanii waggaa 22 gadidha. Dogoggortee ilaaluu hin dandeessu. Yoodhuma sirribahee ilaalte si'a lama dhiifamni siif godhama.
:isuma si'a lama ilaaltuyyuu karaa duubaa taanaan turtiin guyyaa lamaa keessatti mana gadhiistee bahuu qabda.

5.ibsaa bobeessaa buluu keerra nu bobeessuu Kee nuuf wayya.

6. Waa'ee amantii kamillee askeessatti odeessuu hin dandeessu. Kadhannii Kee nuuf iyyadha.

7. Sagaleen Kee 12db(decibel) ol ta'uu hin qabu, yoo sagalee guddaa qabaatte dursii beeksisi.

8.Gonkumaa haadha manaa nagaa gaafachuun hin danda'amu. Kunimmoo yoo isheen sigaafatellee gaafachuu hin qabdu Isa jedhu dabalata.

9.Afaan ati mooraa keessatti haasoftu yoo xiqqaate namni tokko kan afaanicha dhagahu jiraachuu qaba, akka tasaa yoo namni afaan ati haasoftu sana dhagahu hin jiru ta'e callisi. Dogoggortee yoo dubbatte garuu yeroo namni dhagahu sun dhufu irra deebita.

10. Gatiin manaa kiraa qarshii 2000. Kan ji'a 6 dusitee kaffaluu danda'uu qabda. Guyyaa tokko bulteeyyuu yoo baate qarshiin 12000dha.

11. Yoo fuutes yoo duutes ni baata.

08/04/2022

Kana dhageessanii❓

Suusiin waan baay'eedha.

Mee nama kana waliin wal baraa

✍Jonathan Lee jedhama. Suusii nama himachuu qaba hanga ammaatti abbaa qabeenyaa addunyaa kanaa Bill Gates, phaaphaasii Roomaa 16ffaa Benedikt dabalatee gara namoota 4000 ol ta'an irratti himata baneera. Galmeen dinqisiisoo addunyaa (World Guinness books) Guinness, s namoota hedduu himachuutiin (kasasuutiin) addunyaarratti sadarkaa 1ffaa irra kaahuun maqaasaa galmicharratti barreesseera.
Yonaataanis kanaan gaheera jedhee hin dhiisne eeyyama koon ala maqaa koo maaliif galmee dinqisiisoorratti barreessitan jechuun isaaniinis himateera.

https://adkeeps.com/JxmQ
07/04/2022

https://adkeeps.com/JxmQ

Join the 2,000,000 people who already use the app and complete short missions with your smartphone in stores near you. Making money in your free time has never been easier 💸💰

https://adkeeps.com/w0VHvQD
07/04/2022

https://adkeeps.com/w0VHvQD

Looking for easy and quick ways to make money online from home? Want to have fun giving opinions on surveys with different topics?

07/04/2022

መጋቢት 23/2014 ዓ.ም. የወጣ at Awash Bank [ For Fresh Graduate]

🌈 Position: Customer service officer/Direct sale Representative

🟩 Experience : 0 year( For Fresh Graduate)

🟩 Education Qualification: BA Degree in Baking &finance, Accounting, management and Economics with related field

📌 Deadline:- April 07- 2022

📌 ሰለ ሰራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ👇👇
👉Read Detail:- https://bit.ly/3v9kNW5

🔰ከተለያዩ ድርጅት የሥራ ማስታወቂያዎች
በዚህ ሊንክ ዌብሳይቱ ላይ ይመልከቱት👇👇
=>See Detail:- https://ethioworks.com/jobs/

🌈Telegram:- https://t.me/BeeksisaaHojii

🔰Please Don't forget to share/ወዳጅ ዘመድዎ እንዲደርሰው ሼር ያድርጉ


Awash Bank Job Vacancy 2022: Awash International Bank invites qualified and applicants for the various positions...

07/04/2022

fi (graduation and madness)
Namni kamiyyuu dhama’ee ija dhamaatii isaa arguu irra waanti namatti tolu tokko illee hin jiru. Yeroo baay’ee barattoonni eebbifamtonni bara barnootaa isaanii xumuraa irratti yeroo miira garaagaraa keessa galanii hamma isaan barbaachisuu ol gammadan ni argina. Namni baay’een waan gochuu qabu itti yaadee osoo hin taane waanuma namni biroon godhuuf kan godhutti baay’ata. Irra caalaa dhaabbilee barnootaa olaanoo keessatti waantonni akkasii baay’inaan ni mul’atu.

Maraatummaa guddaan bara barnootaa dhumaatti dhalatu jireenya namoota baay’ee zeroodhaan baay’isee burjaajessee bira darba. Irra caalaatti walga’ii fi waamicha gowwotaatu baay’ata. Jechi tokko jirti jecha isaan maraatummaa isaani isa sarara hin qabne kana ittiin haguuganii pilaanetii kana itiin faalan. Isheenis jecha “ ” jettudha. Irra caalatti maraatummaa kana keessatti warri qooda fudhatan baay’inaan warra kallatti mana kitaabaa illee hin beeknedha.

Ammallee namoonni arrabni isaanii dheeraan sammuu dheeressee yaadu waan hin qabneef kana bareessuu kootti ni aaru. Waggaa sadii yookaan waggaa shan waan mooraa keessa turteef eenyummaa kee isa midhagaa iddoo dhokataa jiru maaliif faalta? Irra caalatti manneen , , , fi maal maal waan isaan jedhan nan dhaga’a. yunivarsiitiwwan biyya kana keessa jiran hedduun isaanii namoota muraasa barsiisanii namoota baay’ee dhabamsiisu(balleessu).

Mooraa yuunivarsiitii keessaatti hamma jechoonni kun hiika mataa isaanii argatanitti ni ulfaata ammas irran deebi’aa ni ulfaata. Isaanis kanneen akka(ARAADAA, LIFE , FATAA&FAARAA). Nama Qaamu ,dhuguu fi aarsuu akkamitti araadaa jennee waamna? Nama of ajjeessaa jiru, nama miti imaanaa maatii isaa ofii isaafuu hin taane , nama somba isaa fi kalee isaa yeroo walfakkataatti hojii ala taasisu yeroo araadaa jennee waamnu nuti garuu eenyudha? Jaamaan jaamaa hin gotutu akkuma jedhamu. Faaraan aaraadaa jedhee hamma na waamutti maalifan eega.

Indirizzo

Rome
Rome

Telefono

+63265142

Notifiche

Lasciando la tua email puoi essere il primo a sapere quando Hastalavista pubblica notizie e promozioni. Il tuo indirizzo email non verrà utilizzato per nessun altro scopo e potrai annullare l'iscrizione in qualsiasi momento.

Contatta L'università

Invia un messaggio a Hastalavista:

Condividi