Wario Kalicha

Wario Kalicha Hard Work is the mother of all success💪💪

24/01/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Dabasa Dida, Jatani Duba, Charish Ilma Garbole, Galma Edin, Faarsaa Waariyoo Godaanaa, Galata Wadesa Wako, Gooroo Doolaarra, Guyo Kalicha, Oromticha Boorana Kibbaa, Jaldesa Buke Jaldesa, Wario Konso, Wario Wako Halake, Abdulah Abdi Huqa, Hadhaa Hamanuu, Galma Kha Boru, Baba Bonaya, Mamadii Tadhicha, Kunaa Dabbaso Galma, Diida Jalla, Sabbonaa Ijoollee Mataa Waayama, Qanu Qanani Kashty, Guyyo Tuura, Soraa Anna Abbasoo, Diqish Mucaa Booranaa, Mallicha Bokoree Halakee, Ganii Robee Mandii'ee, Boraanticha Boraana El Wayye, Dhugaa Badee Barbaduu, Waariyoo Halakee Bonayaa

04/11/2025
04/11/2025

Tulluun maalif na dura Dhaabbati hin jedhini, akkamitti irratti olii ba'ee dhaabbadha jedhii malee. All is in possible!

08/10/2025

Namii Rabbiitti amanee gaarii haa dubbatu ykn haa callisuu ergamaan Rabbii (SAW)

Nama Salaata Dhiisu Waa 15' tu Isa Qunnama Jedhan Ergamaan Rabbii Nabi Muhammad S A W Dubbisii eega dubbisteen booda sha...
09/09/2025

Nama Salaata Dhiisu Waa 15' tu Isa Qunnama Jedhan Ergamaan Rabbii Nabi Muhammad S A W

Dubbisii eega dubbisteen booda share godhi obolleyyan kee kan Muslimatif ajrii dalagadhu

Waa 15nan kana keessaa 6 jiruu Adunyaa gubbaatti isaa qunnama ykn isaa dhaqaba.

Waa 3 yeroo du'aa isaa qunnamti.

Waa 3 Qabrii kessatti isaa qunnama.

Waa 3 guyyaa qiyaamaa isa qunnama.

Waa 6 Adunyaa gubbaatti nama qunnamu yoo ilaalle akka armaan gadiitti

1☞Rabbiin umrii isaatirra barakaa fudhaa.

2☞Rabbiin S.w. fuula isaatirra sifaa ykn amala saliihumma fudhaa.

3☞Dalagaa isaatiif ajrii hin argatuu rabbii biraa.

4☞du'aa'iin isaa ol hin fudhamtu gara samayitti

5☞Namni isaa dhessa ykn isaa hin fedhu jiru Adunyaa gubbaatti.

6☞Hiree hin qabu du'aa'ii warri salihtota isaaf godhan kessatti.

3☞Yeroo du'aa isaa qunnamu
1☞yeroo du'u xiqeennaratti du'a.
2☞Haala belaaya teheen du'a.
3☞Haala dhebuun itti jirtun du'a. osoo bishaan Bahaara gutuu dhugelle irra hin bahuu dhebuun jedha.

3☞Qabrii kessatti isaa qunnamu
1☞Rabbiin isaatti dhippisa qabrii hanga cinaachi isaa wal jala taruutti.
2☞ni tasisaa rabbiin qabrii isaa taa akka ibdatti dimaattu.
3☞Rabbiin isaatti fidaa Bofaa maqaan isaa Ashujaa al - Aqra'a jedhamu.

3☞Guyyaa qiyaama isaa qunnamu
1☞Rabbiin isaatti fidaa wan garaa ibidda jahannamitti isaa harkisuu.
2☞Rabbiin s.w ija dallansutiin isa laala guyya hisaaba haga foon fulaa isaatirra lafaa bu'utti.
3☞Rabbiin S.w. isaa qormaata qormata jajaba.isatti murtessa garaa jahannamitti.

👉Yoo dubbistee fixxee Ergamaa Rabbii irratti salawaata buusi!

09/09/2025

Arkanu Islaam kamsa (5)
1 Ashahadatu allah ilaha illallah
2 iqaamusalati
3 Itahu zakati
4 somuramadan
5 Ajjuul betillah aram liman istaxaha aleyihi sabila

Umurii naa dheeradhaa!  ...
08/09/2025

Umurii naa dheeradhaa!
...

Address

Moyale

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wario Kalicha posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Wario Kalicha:

Shortcuts

Share