Dær Fåràhàñè Ãhmēd

Dær Fåràhàñè Ãhmēd Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dær Fåràhàñè Ãhmēd, College & University, Nairobi Industrial Area.

📸No matter how hard you are, you have to bend down to get what you want.📸🏹
18/03/2026

📸No matter how hard you are, you have to bend down to get what you want.📸🏹

👉👈👉👈👉👈👉*********************Kan dhufu wallaallusWaan haaraa dhalatuGaruu har'a geenyeWaaqaf yaa galatu*****************K...
05/01/2026

👉👈👉👈👉👈👉
*********************
Kan dhufu wallaallus
Waan haaraa dhalatu
Garuu har'a geenye
Waaqaf yaa galatu
*****************
Kaleessi seenaadha
Asi nutti hin deebi'u
Har'i ammoo kennaadha
Kan ifa nuuf ta'u
********************
Borummoo abdiidha
Kan itti abdannuu
Gaariis ta'u yaraa
Waan dhufu hin beeknu
👍👍👍👍👍👍👍👍👍

Namni si jibbuu umrii Haa dheraatu! Sababni isaa bakka ati gessuu Arguu qaba !🫰🤟🤟🤟🤟✈️✈️
02/11/2025

Namni si jibbuu umrii Haa dheraatu! Sababni isaa bakka ati gessuu Arguu qaba !🫰🤟🤟🤟🤟✈️✈️

Waan barbaadde dhabaaWaan dhabde barbaadaaYaaddee qalbii cabaaFagoo gahuu yaadaa....!Otoo boru jettuuBorurra abdii keess...
31/10/2025

Waan barbaadde dhabaa
Waan dhabde barbaadaa
Yaaddee qalbii cabaa
Fagoo gahuu yaadaa....!

Otoo boru jettuu
Borurra abdii keessee
Daandiisaa dagatta
Akkatti har'a geesse!

Imalli jireenyaa
Silas tabbaaf lagaa
Gammachuun addunyaa
Abdii keessaan marga💓💓💞💕

27/09/2025
JAALALLEEKEE DHUGAAF QOODIMaal jedheen si wamaaMaqaa siif moggaaseeAkkamitti si waamuSagalee koo ol kaaseeUrjiikoo siin ...
28/08/2025

JAALALLEEKEE DHUGAAF QOODI

Maal jedheen si wamaa
Maqaa siif moggaasee
Akkamitti si waamu
Sagalee koo ol kaasee

Urjiikoo siin jedhuu
Ishee ifa kennitu
Dukkana halkanii
Ishee nuuf ibsitu

Warqeekoo siin jedhuu
Isa namni ittin of faayu
Warqeenuu xiqqoodhaa
Diamond hin wayyuu

Albuuda isa addaa
Naaf gati-jabeettii
Ati yoomuu anaaf
Hin qabdu fakkaattii

Ati utuu filattee
Maqaa isa siif malu
Gaafan ittiin si waamu
Kan baay'ee sitti tolu

Waan jechaa siif dhabeen
Maqaa siif barbaada
Sammuutu siif dhama'ee
Waan gaarii siif yaadaa

Jaalala ati naaf kenniteef
Moggaasi maqaa xiqqoodha
Olmaa ati anaaf ooltetu
Anarras baay'eedha

Gadduukoo koo hin feetuu
Yaadan na jajjabeessaa
Hamaa tokko hin qabdu
Jaalalaan ana tiksaa

Taphattee yeroo addaa
Gaafa waliin dabarsinuu
Miiraa sodaatiin taanee
Yerotti wal dhungannuu

Iji Keenya wal sodaatee
Yeroo keessi gammadu
Onnee isa onaa ture
Yeroo jaalalli waadu

Lubbuukoo kee adda
Walaloo hin dhumu
Utuu si jaalladhuu
Nagaa sitti dhaamuu?

Baay'een si jaalladha
Jaalala dhugaadhaan
Nagaayyuu hin argadhu
Sekoondiif si dhabnaan

Iddoo addaa qabdaa
Yoomuu ana keessaa
Jaalalaan na mootee
Olaanteema teessa❤️❤️🇨🇦❤️💤💘🇨🇦🇨🇦🇨🇦🇨🇦

28/08/2025
YADDADHU! 💕 Wantii Atii Qabdu Kan  Ati Hin Qabne Akka Caalu Yoo Hin Caalu Jettellee Si Walin Jira Situu Argaa Dhabee Mal...
19/04/2024

YADDADHU! 💕 Wantii Atii Qabdu Kan Ati Hin Qabne Akka Caalu Yoo Hin Caalu Jettellee Si Walin Jira Situu Argaa Dhabee Malee.Osoo Salpha Ta,ee Namni Hundinu Ni Rawwata Turee.✍️💕💕💕♥️👆

WALALOO ❤️Siin jaaladha jechuu isa oduu dhiisiiAkka na jaalattuGochaan argisiisii.Yoo afaan qofaaHunduu jaalataadhaaAfaa...
26/02/2024

WALALOO ❤️
Siin jaaladha jechuu
isa oduu dhiisii
Akka na jaalattu
Gochaan argisiisii.

Yoo afaan qofaa
Hunduu jaalataadhaa
Afaanin odeessun
Hundaafuu salphaadhaa.

Meerre jaalalli kee
Eessa garam jiraa?
Gochaan natti himi
Oduu dhaabi narraa.

Oduu qofa taatee
ofin godhin zeeroo
Kan biraa hin fedhu
mee naaf kenni yeroo.👈
😍🥰

27/04/2022

Wly Rabbiin Halkan kana Halkan milki Qabu san nuf haa godhuu. Yaada fi. Muraa keessan Rabbiin isaanif haa guutu

Address

Nairobi Industrial Area
NURSING

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dær Fåràhàñè Ãhmēd posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share