Anbaassa Jimaa

Anbaassa Jimaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Anbaassa Jimaa, College & University, Batu Pahat.

Congratulations🎓🎀 💻⌨️🖱️🖨️
19/08/2024

Congratulations🎓🎀 💻⌨️🖱️🖨️

Fageenyi Goonkuma Addaan Nama Hin Baasu Kan Addaan Nama BaasuWalirraa Callisuudha:!!!
03/08/2024

Fageenyi Goonkuma Addaan
Nama Hin Baasu
Kan Addaan Nama Baasu
Walirraa Callisuudha:!!!

12/03/2024
Mul'anni Baatuu giddu gala Turiziimii Taasisuuf qabame, milkaa'uuf qarqararra gahe!!Pirojektiin misooma qarqara Haro Dam...
21/03/2023

Mul'anni Baatuu giddu gala Turiziimii Taasisuuf qabame, milkaa'uuf qarqararra gahe!!

Pirojektiin misooma qarqara Haro Dambal birrii mil.100 oliin hojjatamaa jiru, qulqullinaa fi ariitii barbaadamuun sadarkaa gaarii irra Jira.

Pirojektiin hawaasa magaalaa Baatuutiin hawwiin eegamaa jiru Kun mul'ata Baatuu giddu gala Turiziimii taasisuuf qabame ni milkeessaa jedhamee eegamaa jira.Pirojektichi osoo hin xumuramiin Jiraattonni magaalaa Baatuu iddoo aara galfii taasifachuunis gamanumaa jalqabee Jira.

Ifaajjii fi mul'ata hoggansa isheetiin Baatuun giddu gala turiziimii ni taati!!

Address

Batu Pahat
BATU

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Anbaassa Jimaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share