Húzé love

Húzé love húzé

Eenyutti na laatteWaadaan kee akkam ta’ee?Anoo nama ormaatiSiifan biyyaa ba’ee…An si dhiisee beekaa?Gaafa toltuufi hamtu...
13/12/2022

Eenyutti na laatte
Waadaan kee akkam ta’ee?
Anoo nama ormaati
Siifan biyyaa ba’ee…
An si dhiisee beekaa?
Gaafa toltuufi hamtuu
Atoo maaliif deemta
Maaliif diddee hin haftuu?

Hidhaa jaalalaatiin
Hirkoo tokko taane
Firaafi lammii dhiiseen
Si waliin godaane
Na gattaaree utuun
Imimmaan koo cobsuu
Yookaan dhala qabadhee
Dhala kootti hin obsu!
Jechaa waan jirtu natti fakkaata!

:¨·.·¨:
`·.💥 Húzé love ®™

💫┗━━━ ━━💞━━ ━━━┛💫

👇👇👇👇👇👇
👉 love👈
👉 love👈
👉Húzé love 👈
👆👆🖕🖕

✍️....💥 Húzé love 1®✅
👍Yoo Sitti Tole Like fi share gochu hin dagatin!
SHARE
SHARE
🌹🌹 Follow 🌹🌹
🌹🌹 Follow 🌹🌹

☆Of baruun Foormulaa hin qabu☆Dirreen Injifannoo baatee si eeguu hin jiru. Sammuu injifaannoof gara dirree seenutu jira ...
11/12/2022

☆Of baruun Foormulaa hin qabu

☆Dirreen Injifannoo baatee si eeguu hin jiru. Sammuu injifaannoof gara dirree seenutu jira malee.

☆Dirreen itti injifatamtus ta'ee ittii injifattus dirree sammuuti.

Imimmaan Dhiiraa😭Goota yeroo mara lammii isaatif rakkatuu.!Ustaz   umrii nuuf dheeradhu hayyuu Islaama🙏
10/12/2022

Imimmaan Dhiiraa😭

Goota yeroo mara lammii isaatif rakkatuu.!
Ustaz umrii nuuf dheeradhu hayyuu Islaama🙏

10/12/2022

Sijaaladhe malee
Malii baddii kiyyaa
Na garaa jabaate
Gargarii bahu filaate
Kophaati nadhiiste
Na gate demte
Akka abdii hin mure
Dhugaadhan sijaaladhe
Onnee koo keessa
Dhokse sijiraachise
Namattiis hin himu
Kophaa koo miidhama
Attii anaf ta'ii
Nagaadhaf faayyaa
Kan arguu fedhu
Gammachuu kettuma
Yoomuu hawwii kiyyaa
Onneera siijaaladhe
Amaas sumaa EeggaSijaaladhe malee
Malii baddii kiyyaa
Na garaa jabaate
Gargarii bahu filaate
Kophaati nadhiiste
Na gate demte
Akka abdii hin mure
Dhugaadhan sijaaladhe
Onnee koo keessa
Dhokse sijiraachise
Namattiis hin himu
Kophaa koo miidhama
Attii anaf ta'ii
Nagaadhaf faayyaa
Kan arguu fedhu
Gammachuu kettuma
Yoomuu hawwii kiyyaa
Onneera siijaaladhe
Amaas sumaa Eegga
Nidhufta na jedhe!!!!
adem

10/12/2022

Adres

Huze
Nagele
HÚZÉ

Telefoon

+251916308681

Website

Meldingen

Wees de eerste die het weet en laat ons u een e-mail sturen wanneer Húzé love nieuws en promoties plaatst. Uw e-mailadres wordt niet voor andere doeleinden gebruikt en u kunt zich op elk gewenst moment afmelden.

Delen