04/06/2023
Kan bara kana maalii gochuutu caalaa kan baratee osoo taa,uu kan hin barannee kan baratee ta,ee ajaajaa kan bara kana maali wayyaa qoy? Ofiif dubbisee hin beekuu, barreessee hin bekuu kan inni ajajuu garuu kan barreessuu kan dubbissuudha maal taanuu jaranaa yoom dhugaaa nama iffaajee tokkoo mu''ata