Ansaar sh/arab

Ansaar sh/arab inaa kunoo karaa nadhiin faa bafte jawwariin faa irra jiraa benuu nulee dafnee dhaqaabnaa!!! sennaa Abba kan dhaluu ilmuuma

02/05/2021

Haqqa falmanan nii mona

Oromoo

Yaa ilman addam rabbiin sodachuu qabna garaf jenee Saba ofi midhuun qanyiidha ass debii mee karan sunii badadha
30/10/2020

Yaa ilman addam rabbiin sodachuu qabna garaf jenee Saba ofi midhuun qanyiidha ass debii mee karan sunii badadha

Rooron bakkayuu nuute rabbiin malee jaban nama hin jiruu waroon dini islam xuqaxan of egaa rabbiin isin adabuuf jira jec...
30/10/2020

Rooron bakkayuu nuute rabbiin malee jaban nama hin jiruu waroon dini islam xuqaxan of egaa rabbiin isin adabuuf jira jechii keessan dinii iraa nuu hin fageesuu rabbii 1 Muhammed ergamadha sallallahuu allehi waassalam

18/10/2020

Abdiin Koo WOB, ABO KFO dhaa hawwin Koo bilisuumadha biyyii Koo oromiiyadha firii Koo oromoodha dini Koo nafxnyaadha iti himnee maf hin beynee sii sodanee imaa hin tenee......... Qabsoon itii fuuffaa

Address

Laascaanood

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ansaar sh/arab posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Ansaar sh/arab:

Share