Dambi Dollo Institute college

Dambi Dollo Institute college United arab Emirates

03/05/2026

🏆 BADHAASA QARSHII 3,000! 💰

Tapha guddaa LIVERPOOL vs MAN UNITED gidduutti Har’a Sa’atii 11:30 Irratti taphatamu tilmaamudhaan, badhaafamaa ta'aa! Namoota tilmaama sirrii kennan 3’f Qarshii 1,000 badhaafna.

📌 Ulaagaalee Taphichaa:

1. Share & Follow: Post kana Like fi Share godhaa, Page keenya Follow godhaa.
2. Seera: Edit gochuun ykn si'a tokko ol tilmaamuun badhaasa irraa si fageessa.

⚠️ Hubachiisa: Ulaagaa hunda guutuun dirqama!

🌟 JABAA ELECTRONICS 🔌

Meeshaalee Elektirooniksii Original ta'an wabii (Warranty) waggaa 1 waliin gatii madaalawaan dhiyeessina.

Meeshalee Keenya:
• 💻 Laptops: HP, Dell, Lenovo
• 📱 Bilbiloota: iPhone, Samsung, Tecno
• 📺 Smart TV: LG, Samsung, Syinix
• 🎹 Keyboards & Printers: Gosa hunda.
🚚 Tajaajila Geejjibaa Saffisaa qabna!

🍀 | |

29/04/2026
Boonii maaltu si argate ......!!!!Sif hin malu tureAti fakkeenya cichoominaati Abdii kutachuu dhiisuun jecha namaaf bakk...
29/04/2026

Boonii maaltu si argate ......!!!!
Sif hin malu ture
Ati fakkeenya cichoominaati Abdii kutachuu dhiisuun jecha namaaf bakka kennuu dhiisuun sirra baratama jedhee yaadaan ture. 🥹 Shamarran Jecha namaaf golatti hafan meeqaaf Hamilee taata jedhe osoon yaadu, murtii akkasii of irratti fudhatta jedhee yaadee hin beeku. Maal ariitiin hanga kana ga’u? Maaltu si mudate laata?
Nagaan Boqodhuka maal jedhu mitii!🥹🥹😭😭

21/03/2026
Oduu Cabsa !Qormaanni Exit fi eebbi barattootaa bara 2018/2026 (kan xumura waggaa) filannoo booda akka ta'u barameera. B...
26/02/2026

Oduu Cabsa !

Qormaanni Exit fi eebbi barattootaa bara 2018/2026 (kan xumura waggaa) filannoo booda akka ta'u barameera. Barattoonni hundinuu filannoo biyyoolessaa filatanii deebi'anii barumsa isaanii akka itti fufan Ministeerri Barnootaa fi Boordiin filannoo murteessaniiru.
Kanaafuu, sodaan "wanti hundinuu filannoo dura xumurama" jedhamaa ture hafeera.

Waaqayyoo gaaridha yeroo kamittiyyuu
26/02/2026

Waaqayyoo gaaridha yeroo kamittiyyuu

Seensa University Dambi Dolloo
23/02/2026

Seensa University Dambi Dolloo

Beeksisa Qaxaraa.--------------------Namoonni ulaagaalee gitoonni hojii armaan gadii gaafatan guuttan ragaa barnootaa be...
18/02/2026

Beeksisa Qaxaraa.
--------------------
Namoonni ulaagaalee gitoonni hojii armaan gadii gaafatan guuttan ragaa barnootaa beeksisa irratti gaafatame qabattanii gitoota hojii irratti dorgomuu barbaaddan ilaaltanii Waajjira Kantiibaa Magaalaa Dambi Doollootti Garee Bulchiinsa Qabeenya Humna Namaatti galmaa'uu ni dandeessu .

Carraa Gaarii !!
Share walif godhaa nama tokkof karaa ta'a

Sirni Dungoo Qabsiisuu Yuunivarsitii Dambi Dollootti GaggeeffameMul’ata ijoo Yuunivarsiitii Dambii Dolloo gara qabatamaa...
16/01/2026

Sirni Dungoo Qabsiisuu Yuunivarsitii Dambi Dollootti Gaggeeffame

Mul’ata ijoo Yuunivarsiitii Dambii Dolloo gara qabatamaa isa dhugaatti kan jijjiiran, Dr Lataa Tasfaayee du'aan addunyaa kanarraa boqochuu isaanii sababeeffachuun sirni dungoo qabsiisuu mooraa Yuunivarsitii Dambi Dolloo keessatti gaggeeffame jira.

Akka lakkoofsa Itiyoophiyaatti bara 2011 irraa eegaluun hamma walakkeessa bara 2017tti pirezedaantii yuunivarsiitii Dambii Dolloo ta’uun tajaajila yeroo turanitti bulchiinsi gaariin akka hojiirra ooluuf nama kutannoon hojjechaa turan, qulqullina barnootaa mirkaneessuu keessatti nuffii tokko malee gumaacha hayyummaa bahachaa kan turan, buufatni Xiyyaaraa Dambii Dolloo taajila addaan kutee ture akka kennuuf gahee leencaa kan bahatan, haawaasni Godina Qellem Wallaggaa fi Godinaalee olla jiran yaala fayyaa gahaa fi si’ataa akka argatuuf sadarkaa hospitaalaa kan guddisan, yuunivarsitichi giddu gala kalaqaa akka ta’uuf nama adda duree turani dha. Dr. Lataan yuunivarsitichitti giddu gala qonna qindaa’aa hundaa’uun hawaasaaf tajaajilli akka kennamu karaa kan saaqani dha. Akkasuma, hanqina odeeffannoo gama miidiyaan jiru furuuf Raadiyoo Hawaasaa Yuunivarsitii Dambii Dolloo FM hundeessuuniiru. Itti dabalataanis, akka biyyaatti yuunivarsitoota raabsaa boba’aa qaban lamaan keessaa Yuunivarsitiin Dambii Dolloo isa tokko akka ta’u taasisaniiru.

Guyyaa har'a gamoowwan, biqiltuuwwan, fi haawaasni mooraa Yuunivarsiitii Dambii Dolloo gadda hamaa keessa seenaanii jiru.
Sadarkaa guddina Yuunivarsitii Dambii Dolloo har’aaf nama jabaa, nama mul’ataa, nama sabaa kan ta’an pirezedaantii Yuunivarsitii Dambii Dolloo duraanii Dr. Lataa Tasfaayeetu du’aan addunyaa kanarraa boqatan.

Hawaasni Yuunivarsitichaas Dr. Lataa du’aan of biraa dhabuusaaf gadi bahee gadda isaa ibsatus, madaa qoricha hin qabne itti ta’eera. Dr. Lataan, pirezedaantii qofaa utuu hin taane yaadaa fi ilaachaan, gochaa fi raawwiidhaan nama nama gargaaruuf uumamani dha.

የሐዘን መግለጫየደምቢ ዶሎ ዩኒቨርሲቲ የቀድሞ ፕሬዝዳንት ዶ/ር ለታ ተስፋዬ ከዚህ ዓለም በሞት ተለይተዋል።  በፕሬዚዳንትነታቸው ዘመን፣ ትዉልድን ማብቃት በሚል መሪ ቃል  የዩኒቨርሲቲውን ራዕ...
15/01/2026

የሐዘን መግለጫ

የደምቢ ዶሎ ዩኒቨርሲቲ የቀድሞ ፕሬዝዳንት ዶ/ር ለታ ተስፋዬ ከዚህ ዓለም በሞት ተለይተዋል።

በፕሬዚዳንትነታቸው ዘመን፣ ትዉልድን ማብቃት በሚል መሪ ቃል የዩኒቨርሲቲውን ራዕይ ለማሳካት በትጋት የሰሩ እና ቁርጠኛ መሪ ነበሩ፡፡ በዩኒቨርሲቲውም ሆነ በአካባቢው ማህበረሰብ ዘንድ አድናቆትን ያተረፉ መሪም ነበሩ።

በኢትዮጵያ የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት አመራር እና በፊዚክስ ዘርፍ ትልቅ አሻራ ያሳረፉት የቀድሞው ፕሬዚዳንት ዶ/ር ለታ ተስፋዬ፣ ለ6 ዓመታት በደምቢዶሎ ዩኒቨርሲቲ በፕሬዚዳንትነት አገልግለዋል።
የደምቢ ዶሎ ዩኒቨርሲቲ ታታሪ መሪዉንና ለአገሪቱ የተስፋ ብርሃን የሆነው ዶ/ር ለታ ተስፋዬ ባልተጠበቀ በድንገተኛ ህይወተ እልፈት ልባዊ ሀዘኑን በመግለጽ ለቤተሰቦቻቸው፣ ለዘመዶቻቸው፣ ለዩኒቨርሲቲው ማህበረሰብ እና ለጓደኞቻቸውም መፅናናትን ይመኛል።

Maati nama qaali keenyaaHaadha wabii!Ilmaan gootaa! Wabii,milkiifi giiftii
01/01/2026

Maati nama qaali keenyaa
Haadha wabii!
Ilmaan gootaa!
Wabii,milkiifi giiftii

Address

UAE
Addis Ababa
1234

Opening Hours

09:00 - 17:00

Telephone

+251912188973

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dambi Dollo Institute college posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share