Firoomsaa

Firoomsaa Osoo Bilisummaa Dhebonee jachaa jiruu

Wal jaallachuu jechuun waliif waan guddaa ta’uu osoo hin taane waliif boqonnaa ta’uu dha.❣️❤️
18/05/2026

Wal jaallachuu jechuun waliif waan guddaa ta’uu osoo hin taane waliif boqonnaa ta’uu dha.❣️❤️

Tarree hirmaannaa torbanii kan Fiiroo Page irran jira.
14/05/2026

Tarree hirmaannaa torbanii kan Fiiroo Page irran jira.

Haqni Afaan Qabnaan Funyaaniin Dubbata!*********************************** .Rakkoo yerootiif jenneeKaayyoo keenya hin ji...
13/05/2026

Haqni Afaan Qabnaan Funyaaniin Dubbata!
***********************************
.

Rakkoo yerootiif jennee
Kaayyoo keenya hin jijjiirre
Alagaa wajjiin duullee
Ummata saamaa hin turre
Heera alagaan tumteen
Hawaasati yakka hin murre
Dhiiga ummataas dhiinnee
Biyyees waa irratti hin guurre!
Art.Adam_Harun
______________________________
Rabbi rahmata siif haa godhu🤲

13/05/2026
Yaa Leenca Fakkii Nama Hangam Takka Akkaan Si Jaaladhu Ni Beeyta Ati Garuu Kedir Kiyyaa ❤️
11/05/2026

Yaa Leenca Fakkii Nama Hangam Takka Akkaan Si Jaaladhu Ni Beeyta Ati Garuu Kedir Kiyyaa ❤️

11/05/2026

Fiiroo Page

18/09/2025

18/07/2025

Hiribaa duraa hojii duraa
👇
𝐒𝐚𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐛𝐢𝐢♥️🖤🤍🎤✍️❣️ﷺ❣️
🙏 𝐄rgamaa 𝐑abbii 𝐈rratti 𝐒alawaata 𝐁uusaa ۩ﷺ۩❣️

Address

Finfinee
Mukalla
WABO

Telephone

+967734016099

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Firoomsaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Firoomsaa:

Share