Bilaal Peag

Bilaal Peag Didaa gabruma

26/11/2022

Hiriironni mormii haleellaa xiyyaaraa fi ajjeechawwan humnoonni lafoo mootummaa Oromiyaa keesasatti namoota nagaa irratti raawwataa jiran balaaleffatu biyyoota garaagaraatti adeemsifamuuf jedha.

25/11/2022

Subscribe Chanel like share

25/11/2022

"Guyyaa Qiyaamaa namni akkaan natti dhihaatu nama Salawaata narratti buusuu heddummeessu.”
Nabi Muhammadﷺ
[Tirmizii 484]

- Yaa nama milkii duniyaa fi Aakhiraa barbaaddu Sunnaa Nabii hordofi, ergamaa Rabbii irratti akkaan Salawaata buusi.

*إنَّ أولى النَّاسِ بي يَومَ القيامةِ أَكْثرُهُم عليَّ صلاةً*
الراوي : عبدالله بن مسعود.

24/11/2022
24/11/2022

Address

Mj0783983@gmail. Com
Sanaa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bilaal Peag posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share