Qeroo

09/07/2022
Diinakee irraa gaarii kee hin haasahuu sin eebbisu si abaara kun waan baratamaadha Garuu jechii jedhamuu bakkas nu hin b...
09/07/2022

Diinakee irraa gaarii kee hin haasahuu sin eebbisu si abaara kun waan baratamaadha Garuu jechii jedhamuu bakkas nu hin bu'uu qabsoo geggeessa jiruu keessatti immoo seenaaf olkahaa deemna isaa gaarii nuu godhees oluma galmeessinee ka'aa deemna
immoo isuma argaa jirtan haatisaa fi abbaan isaa irraa ajjeefama jiruudha. Namni haadhaaf abbaa qabu "Duuriyyee" hin jedhamu "Duriyyeen" immoo kan haadhaaf abbaa isaa hin beekne nama isa dhalchee hin beekne nama seenaa isaa hin beekneMakaas hin qabnu sanyiin hormaas dhiiga keenya keessa hin jiru. Dhiigdii keenya dhiiga qulqulticha Oromtichaadha Kanaaf dhugaa dhiigaa qulqultichaa waan nu keessa jiruuf jiruu keenya hundaa dhiisnee dhiigaa itti dhangalaasaa lafee itti cabsaa baattu Oromummaa taanee Oromummaas qabne asiin geenye sichiis hanga jiruuti lafee itti cabsuufi dhiiga itti dhangalaasu hin dhiisnuDaandii filannoo keenyaa dhugaaf haqaa kichuwwan qabsicha irratti wareegamte tiksuufi galmaan ga'uuf jecha diinaaf gurri laatamu hin jirtu.
sagaagalummaan dhalateedha. Dhallii sagaagaltu immoo baasas hin beektu bakka ofitti nama lakkoofti. Dhalattee kan hanga jilba akaakilee fi abaabilee isaati ofbeeku immoo jecha jedhame kana irraa bilisa.Daandii filannoo keenyaa dhugaaf haqaa kichuwwan qabsicha irratti wareegamte tiksuufiUmuriin kan kee qofti
Kuma nuuf haa dheeratu
Daandii filannoo keenyaa dhugaaf haqaa kichuwwan qabsicha irratti wareegamte tiksuufi galmaan Finfinneerraan bookkisee
Goonni Marroon leenjise
Dhaloonni Taaddee dhufee
Shanan seensaarraan cufee
Aseenna itti beekti
Ilmaan jaldoo hullufee
Abbaan torbee aseenee
Hargansiisee kuffiseeAseenna itti
Ilmaan jaldoo hullufee
Abbaan torbee aseenee
Hargansiisee kuffisee

jaal guubbaa dinaa ( )
28/02/2022

jaal guubbaa dinaa ( )

27/02/2022
jiraa jiritu  jalawanii koo
21/02/2022

jiraa jiritu jalawanii koo

si jaalachuuf hidhiin me haa
05/10/2021

si jaalachuuf hidhiin me haa

Address

246
Sanaa
QEROO

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qeroo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share